Daandii Addeellee - Sakkinaa "Contract II"
Hoggansa hojjatootni kallattii adda addaan hojii daandii Addeellee - Sakkinaa "contract II" hordofaa, deeggaraa fi to’achuun sadarkaa xumuraa kanaan geessan baga ofkaltan!
Hoggansa hojjatootni kallattii adda addaan hojii daandii Addeellee - Sakkinaa "contract II" hordofaa, deeggaraa fi to’achuun sadarkaa xumuraa kanaan geessan baga ofkaltan!
Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa ergamaa fi xiyyeeffannoo kenneefii hojiiwwan hojjataa jiru keessaa tokko babal'ina buufataalee qindaawaa konkolaataati. Haaluma kanaanis buufata qindaawaa konkolaataa magaalaa Gimbiitti hojjachiisuun tajaajila hawaasaf qaqqabamaa ta'uu mul'ata qabate galmaan gahuuf hojiitti galee jira.
Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa Dhaabbata “HELVETAS Ethiopia” fi Inistiitiyuutii Teeknikaa fi Ogummaa Federaalaa, fi Intarpiraayizii “Industrial Products Development”- TechnoBizia waliin waliigaltee waldeeggarsa hojii mallatteesse.
Ijaarsa riqaalee deemsa miilaa namootaa fi beeyladootaa (trail bridges) quba qabaadhaa!
Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa baajata Fandii Bulchiinsa Daandii Federaalaa irraaa ramadameen bara bajata 2016 karoora suphaa cimaa, salphaa fi suphaa mala humna namaan waligaala km 7,018.56 hojjatamuuf qabame keessaa hanga kurmaana 2ffaa bara 2016tti waliigalatti daandiin km 3,800 ol suphaa akka
Gurandhala 8/2016 Godina Shawaa Lixaa Aanaa Daannootti komii hawaasa aanichaa hunda kan ture fi waggaa gara waggaatti lubbuu lammiilee hedduu balleessaa kan ture addaan cituun isaa komii hawaasa kan ture guyyaa har'aa ijaarsa riqaan laga Gibee bakka bulchaan Aanaa Daannoo obbo Sisaay Mulgeetaa
Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et