Pirojektiin ijsarsa riqaa miila deemsaa rakkoo hawaasaa furaa jira.
Godina Harargee Lixaa Aana Habrootti hojii Trial bribe hojatamaa ture xumuraamee tajaajilaaf banaa ta'ee jira
Godina Harargee Lixaa Aana Habrootti hojii Trial bribe hojatamaa ture xumuraamee tajaajilaaf banaa ta'ee jira
Gamaaggama Hojii Suphaa Fandii Daandii Naannoo fi Sassaabbii Fandii Daandii Naannoo hanga kurmaana 3ffaa jiru guyyaa har'aa Karaa Online Godinaalee wajjiin geggeessineen, waggaa irraa raawwiin waliigalaa Qarshii Miliyoona 933.1 (92.68%) kan raawwatame yoo ta'u, Godinaaleen sassaabbii Fandii irratti raawwii daran ol'aanaafi ol'aanaa raawwatan wal duraa duuban:
Mootummaan Naannoo keenyaa misooma Daandii babal'isuufi waliingahiinsa Daandii milkeessuuf baajata guddaa ramadee hojii guddaa hojjachaa jiraachuun isaa ni beekama.
Kallacha Bitooteessa 23,2018 Naannoo Oromiyaatti waggoottan shanan darbanitti hojiieen misoomaa daandii xiyyeeffannoon hojjatamaa turuufi bu'aan gamaa'uu Biiroon Daandiiwwaniifi Loojistikii Oromiyaa ibse.
Projektiin Buufata Konkolaataa Qindaa'a Magaalaa Fiichee bal'ina lafa heektaara 5.07 ol irratti ijaaramaa kan jiru yoo ta'u, Buufatni konkolaataa kun tajaajiloota hedduu (iddoowwan daldalaa, kaafteriyaa, kutaa yaala jalqabaa, baankii fi kkf ) iddoo tokkotti kennuu kan danda'uudha.
Jilli Hooggantuu Biiroo keenyaa Inj. Helen Taammiruutin durfamu, Godina Baalee Bahaatti Sochii hojiiwwan pirojektoota Daandii,Riqaaleefi Suphaa Daandii qooda fudhattoota wajjiin gamaaggamuun kallattii yeroo itti aanuu kennee jira.
Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et