Nama gargaaruuf nama ta’uun gahaadha!
Rakkoon waggoota afurtamaa olii bara 2016tti nuuf furame Waaqayyoofis, namaafis galata! - Aadde Baayyuush Dabbabaafi maatii isaanii!
Rakkoon waggoota afurtamaa olii bara 2016tti nuuf furame Waaqayyoofis, namaafis galata! - Aadde Baayyuush Dabbabaafi maatii isaanii!
Hooggantoonnifi Hojjettoonni Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa waamichaa yaadama haaraa Muummee ministeera, biyyaafi naannoo keenyaaf awwachuun Sagantaa seenaa haaraa akka biyyaatti galmeessisuuf hojjatama jiru milkeessuuf ,egeree dhaloota boruuf wabii ka"uuf qindoomina fi tokkummaan
Godina Iluu Abbaa Booraatti riqaan laga Gumaroo aanaa Mattuu fi Haluu wal quunnamsiisu xumuramuun gaafa guyyaa 11/12/2016 eebbifameera.
Hagayya 11 / 2016 Adaamaa) Maatiin Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii OromiyaaBara 2017tti hojii ijaarsa fi suphaa pirojektoota bu'ura bu'uraalee misoomaa ta'an Daandii, Riqaalee, Riqaalee Rarra’aa fi Buufata Konkolaataa Qindaa’aa ariitidhaan, baay'inaan fi qulqullinaan hojjachuun
Dantaa uummataa fi mootummaa kabachisuuf hojimaata (Labsii, Dambii, Qajeelfama fi Kallattii) keennameen hojjachuun dirqama ta'uun ibsame!
Gamaaggamni raawwii hojii supha daandii waliigalaa bara 2016fi mariin karoora hojii supha daandiiwwan bara 2017 irratti xiyyeeffate gaggeefamaa jira
Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et