Waadaa gochaan dhugoome!
Bara 1985/86 qabeenyi daandii Naannoo Oromiyaa kiiloo meetira 8,507 qofa ture. Ammatti garuu imala waggaa 30 booda ji'a Bitootessaa 2016tti qabeenyidaandii naannoo keenyaa kiiloo meetira 60,974 (kuma jaatamaa fi dhibba sagalii fi torbaatamii torba) irraan gahuun danda'amee jira!

info@orlb.gov.et 

