Qabeenyi Daandii Naannoo Oromiyaa kiiloo meetira 61,587.49
Hunduu kunuunsa, egumsaafi suphaa barbaadu.
Daandiin qabeenya walooti waan ta'eef kunuunsuun dirqama lammiilee hundaati!
Hunduu kunuunsa, egumsaafi suphaa barbaadu.
Daandiin qabeenya walooti waan ta'eef kunuunsuun dirqama lammiilee hundaati!
Dhala namaa kan qaroominaa fi jir
Kaabaa Kibbatti Bahaa Lixatti; godinaalee Oromiyaa hunda keessatti hojiin ijaarsa fi suphaa daandii ,riqaalee fi bu'uraalee geejibaa fi loojistiksii haala gaariin geggeeffamaa jira.
Ijaarsi Buufata Konkolaataa Qindaa'aa Magaalaa Amboo hooggansa Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaan daaw'atame.
Galma hojii ijaarsa fi suphaa pirojaktoota daandii, riqaalee fi buufata konkolaataa qindaawaa irratti Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa bara 2016 qabatee milkeessuuf saayitii hojii irratti argamuun sirni hordoffii, deeggarsaa , duub-deebii fi kallatti hojii teeknikaa fi
Ijaarsii riqaalee rarra’aa deemsa namaa, beeyladaa fi motorsaayikilii tiif oolu kanneen IMX fi kontiraakteroota leenjii fudhataniin godinaalee Gujii (3), Arsii Lixaa (2), Arsii (1), Baalee (3), Baalee Bahaa (1), Shawa Bahaa (1), Harargee Lixaa (3), Harargee Bahaa (2), Shawaa Kibba li
Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et