Leenjii hojjattoota damee bulchiinsa daandii Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa hoggantoota fi ogeeyyii Dameewwan suphaa BDLO tiif magaalaa Bishooftuutti kennamaa ture kallatti hojii suphaa daandiiwanii itti aanuu kennuun xumuramee jira

  • 27 May 2022
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments

Kayyoon leenjii kanaa hojiiwwan suphaa daandiiwwan karaa ammayyaa ta'een hojjachuun fayyadamtumaa uummata mirkaneessuuf. Leenjii "soft ware"/moosajii Sirna bulchiinsaa qabeenya daandii (Roads Asset Management System) yaadanis, gochaanis kennamaa ture. Guyyaa xumura leenjiicha leenjii gochaan (Practical trining) toora daandii Bishooftuu Hiddii irratti gageeffamee jira.

Read More