Contact Us  0118388196/0118350886/0118342722  info@orlb.gov.et       

  • Slide Background Image
    Riiqichaa Laga Awash
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Daandii Silala Hiddi Lolaa
  • Slide Background Image
    Godina Arsii Riqaa Deemsa Miilaa Namootaa fi Beeyladootaa Kofalchisaa
  • Slide Background Image
    Godina Arsii Riqaa Deemsa Miilaa Namootaa fi Beeyladootaa Kofalchisaa
  • Slide Background Image
    Daandii Addeellee - Sakkinaa "Contract II" fi Riqaa Laga Elellee
  • Slide Background Image
    Pirojeektii Buufata Konkolaataa Qindaawaa Magaalaa Walisoo
  • Slide Background Image
    Riqa Unkee Godina Arsii Aanaa Shanaan Koluu
  • Slide Background Image
    Riqaa Laga Jamaa (Meetira 277) Sh/Kaabaa
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Piroojaktiin daandii Corsoo-Diimtuu-Hambalaa-Shaakkisoa "Cont. III"
    Text Caption
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Riqaa Rarra'aa laga Ciniinaa , Riqaa Laga Mormora fi Riqaa Rarra’aa laga Malkaa Harree
  • Slide Background Image
    Dhalootaaf har'as, borus ni dhaabna! Ni hojjanna!
    Text Caption
    Text Caption
  • Slide Background Image
    Riqaalee Rrarra'aa Ijaaraman keessaa Godina Sh/ Bahaa Aanaaa Abuuseeraa keessati argamu
    Text Caption

You are here

ODUU

, , ,

Mootummaan Naannoo keenyaa misooma Daandii babal'isuufi waliingahiinsa Daandii milkeessuuf baajata guddaa ramadee hojii guddaa hojjachaa jiraachuun isaa ni beekama. Bu'uurri Misooma Daandii direere immoo itti fufiinsaan tajaajila qulqulluu,gahaafi itti fufiinsa qabu hawaasaf akka kennuuf, bulchiinsaafi suphaan Daandii iddoo ol'aanaa qaba.

, ,

Kallacha Bitooteessa 23,2018 Naannoo Oromiyaatti waggoottan shanan darbanitti  hojiieen misoomaa daandii xiyyeeffannoon hojjatamaa turuufi bu'aan gamaa'uu Biiroon Daandiiwwaniifi Loojistikii Oromiyaa ibse.

,

Projektiin Buufata Konkolaataa Qindaa'a Magaalaa Fiichee bal'ina lafa heektaara 5.07 ol irratti ijaaramaa kan jiru yoo ta'u, Buufatni konkolaataa kun tajaajiloota hedduu (iddoowwan daldalaa, kaafteriyaa, kutaa yaala jalqabaa, baankii fi kkf ) iddoo tokkotti kennuu kan danda'uudha.

Pirojektii kana bara 2018 yeroo fi qulqulina barbaadamuun xumuruun tajaajila hawaasaaf olchuuf pirojektoota gurguddoo BDLO hojjachiisaa jiru keessaa isaa tokkoodha.

 

, ,

Jilli Hooggantuu Biiroo keenyaa Inj. Helen Taammiruutin durfamu, Godina Baalee Bahaatti Sochii hojiiwwan pirojektoota Daandii,Riqaaleefi Suphaa Daandii qooda fudhattoota wajjiin gamaaggamuun kallattii yeroo itti aanuu kennee jira.

NU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0118388196/0118350886/0118342722
  • E-Mail:info@orlb.gov.et
  • Website:-www.orlb.gov.et
  • Postaa:-42937

Miidiyaa Hawaasaa

                  Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et