Daandiin baadiyyaa hidda dhiigaa misoomaati; yoo inni diriire Qonnii ni dagaaga, hiyyummaan ni badaa

  • 13 Feb 2026
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments

Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti Daandiin Dooguu hanga Odaa Jannataa 12km Bara 2017 Erth Work(Hojiin Lafaa)Hojjatamee kan ture Bara Kana Hojii Cirracha Uwwisuu Fi Strakchara Hojjechuu Bifa qulqullina qabuun hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Daandii fi Loojistikii Aanaa Gurawaa ibsee jira.

Koreen Pirojaktii Aanichaa Daandii Dooguu hanga Ganda Odaa Jannataa hojjatamaa jiru Sadarka irraa daawwatanii jiru.