Raawwii ijaarsa pirojaktii asfaaltii magaalaa Roobee yeroo ammaa
Piroojektootni ariitiidhaan, qulqullinaa fi baay'inaan akka hojjatamaniif sirni hordoffii, deeggarsaa fi duub-deebii kennuu karaa qindaa'aa ta'een cimee itti fufee jira!
Piroojektootni ariitiidhaan, qulqullinaa fi baay'inaan akka hojjatamaniif sirni hordoffii, deeggarsaa fi duub-deebii kennuu karaa qindaa'aa ta'een cimee itti fufee jira!
Qonnaan bulaa, daldalaa, horsiisee bulaa, akkasumas, hawaasti marti jiruufi jireenya isaaf daandiin barbaachisaadha. Karoora seektaroota, karoora nama dhuunfa, naannoofi biyyaa saffisiisuufi milkeessuu keessatti daandiin shoora olaanaa qaba.
Hojiin kunuunsa fi suphaa daandiiwwanii ariitiidhaan, qulqullinaa fi baay'inaan akka hojjatamuuf xiyyeeffannaan hordofuu fi deeggaruun cimee itti fufee jira!
Jiraattonni Aanaa Sinaanaa dubbisne yaada nuuf kennaniin kanaan dura daandiin yeroon suphamuu dhabuurraa kan ka'e tajaajila hawaas-dinagdee argachuuf rakkachaa turuu kaasuun yeroo ammaa rakkoon kun furamuusaatiin daandichaa tajaajila fooyyee qabu argachaa jiraachuu himaniiru.
Ijjii fi gurri maatii fi qooda fudhattoota Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa hundi iddoo pirojaktoota ijaarsa fi suphaa daandii, riqaalee fi Buufata Qindaawaa Konkolaataa irra jira!
“Nageenya daandiiwwan naannoo keenyaa eeguufi eggisiisuuf” hirmaannaa ummataa biyya keessaa fi alaa, deeggartoota misoomaa fi dhaabbilee misoomaa, abbootii qabeenyaa (yaadaan, humnaan, beekumsaan, maallaqaa fi kennaawwan adda addaan) maddisiisuun hojii kunuunsa fi suphaa daandiiwwani
Copyright @2024 by Oromia Roads and Logistics Bureau| www.orlb.gov.et