Dawwana hojiiwwan pirojektoota Daandii,Riqaaleefi Suphaa

  • 23 Feb 2026
  • Posted by adminroadlo
  • 0 Comments

Jilli Hooggantuu Biiroo keenyaa Inj. Helen Taammiruutin durfamu, Godina Baalee Bahaatti Sochii hojiiwwan pirojektoota Daandii,Riqaaleefi Suphaa Daandii qooda fudhattoota wajjiin gamaaggamuun kallattii yeroo itti aanuu kennee jira.